Itoophiyaan kaardii herregaa kaffaltii idiladdunyaa raawwachuuf gargaaru eeyyamte, akkamiin hojjeta?
Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa maamiloonni herrega sharafa alaa qaban osoo viizaa fi tikeetii xiyyaaraa hin gaafatamin kaardii sharafa alaa ittiin kaffaluu danda'an akka qabaatan eeyyame.
Paayileetiin Somaaliyaa xiyyaara rakkoo godhate qarqara galaanaa qubsiisee lubbuu oolche jajamaa jira Somaaliyaatti ...
Waayeen intala bulchaa kanaa Kiim Juu Ae, waan xiqqootu beekama. Ji'oota dhiyoo abbaa ishee duuba yoo dhaabattu suuran ...
Ministirri Dhimmaa Jarmanii sagantaa gabbisa nukilaraa fi misaa’elii Tehraan ilaalchisee furmaata karaa dippilomaasii ...
Kun seenaa Fiyoreellaati; seenaa jaalalaa, dhukkuba hin mul'annee, kan haleellaa, akkasumas rakkoo hamaa dabalaa dhufeeti.
Abbaan qabeenyaa Manchestar Yunaayitid Sar Jiim Raatkiliif "UKn baqattootaan koloneeffatamte" jedhee dubbachuu hordofee ...
Kiristii Wiilkiinsan veeloo bareedaa cidhasheef tahu argattee bitte. Shaanxaa diimadii keessas keesse. Cidhi ammoo ...
Pireezidantiin Yuukireen Vooloodmiir Zelenskii Ameerikaan waraannii Yukireeniifi Raashiyaa Waxabajjii dhuftu akka dhaabbatu ...
Taphoota Piriimer Liigii torban 25ffaa irratti falmiin Liiverpuul Maanchester Siitii waliin, Maanchester Yunaayitid ...
Pirezidant Doonaald Tiraamp, pirezidantii duraanii Baaraak Obaamaa fi Giifti-duree duraanii Misheel Obaamaa viidiyoo ...
Isaanis Biriiteen, Chaayinaa, Faransaay, Ameerikaa fi Raashiyaadha. Biyyoonni kunneen niiwkulaara akka hin babal'anne ...
Dhaabbanni Farra Qoricha Si'eessituu Addunyaa atileetonni dhiiraa utaalchoo cabbii irratti hirmaatan gahumsa dabaluuf jecha ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results