Mootummaan Itoophiyaa TPLF adamsuuf Naannoo Tigraay keessatti duula waraanaa bal'aa adeemsisuuf fedhii akka hin qabne Ministirri Di'etaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reediwaan Huseen himan.
Pirezedantii Itti-aantuun Ameerikaa Kamaalaa Haaris duula filannoo Pirezedantummaa isaanii jalqabaan Tiraamp cimsanii qeeqan. Sadaasa dhuftuu abbaa alangaa duraanii fi yakkamaa keessaa tokko filattu ...